Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo) - Baixar APK para Android | Aptoide
2024-04-27
Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo) screenshot 0Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo) screenshot 1Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo) screenshot 2Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo) screenshot 3Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo) screenshot 4Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo) screenshot 5Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo) screenshot 6

Descrição do Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo)

Bulguu Nyaachisii’n bu’uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu!


Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna!


Bulgicha Nyaachisii’n 100% bilisa. Takka fe’amnaan, Intarneetni sin barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu’aa-malee CET, Apps Factory, fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame.


Iccitummaa:


Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii – Bulgicha Nyaachisi

Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda’an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu siif ibsa.

HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU?

Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu.

BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA?

Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa itti daataa kee fayyadamnu hangi tokko isaan asii gadiiti:


Qo’attoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qo’ataniif ni hirra. Bu’aan qo’annoo kanaa barsiisotaa fi qo’attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama.

Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf.

BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA?

Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban.

Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu.

Qo’attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-galtee gamtummaa kan poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu.

QUUNNAMTII

Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo [email protected] irratti nu quunnami.


-----


Feed The Monster teaches children the fundamentals of reading in Oromo. Collect monster eggs and feed them letters so they can grow into new friends!


WHAT IS FEED THE MONSTER?

Feed The Monster uses proven ‘play to learn’ techniques to engage kids and help them learn to read. Children enjoy collecting and growing pet monsters while learning reading fundamentals.


FREE TO DOWNLOAD, NO ADS, NO IN APP PURCHASES!

All content is 100% free, created by literacy nonprofits Curious Learning, CET, and Apps Factory.


GAME FEATURES TO PROMOTE READING SKILLS:

• Fun and engaging phonics puzzles

• Letter tracing games to aid reading and writing

• Vocabulary memory games

• Challenging “sound only” levels

• Parental progress report

• Multi-users login for individual user progress.

• Collectable, evolvable, and fun monsters

• Designed to promote socio-emotional skills

• No in-app purchases

• No ads

• No internet connection needed


DEVELOPED BY EXPERTS FOR YOUR CHILD.

The game is based on years of research and experience into the science of literacy. It incorporates key skills for literacy, including Phonological Awareness, Letter Recognition, Phonics, Vocabulary, and Sight Word Reading so kids can develop a strong foundation for reading. Built around the concept of caring for a collection of monsters, it is designed to encourage empathy, perseverance and socio-emotional development for children.


Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo) - Versão 103

(10-10-2020)
Outras versões
O que há de novoFamilies policy update.

Ainda não há notas ou avaliações! Para deixar a primeira, por favor

-
0 Reviews
5
4
3
2
1
Info Trust Icon
Boa App GarantidamenteEstes aplicativos passaram no teste de segurança em busca de vírus, malware e outros ataques maliciosos e não contêm qualquer ameaça.

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo) - Informações do APK

Versão do APK: 103Pacote: com.eduapp4syria.feedthemonsterOromo
Compatibilidade Android: 4.1.x+ (Jelly Bean)
Desenvolvedor:Curious LearningPolítica de Privacidade:http://www.curiouslearning.org/ftm-privacy-policyPermissões:5
Nome: Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo)Tamanho: 45 MBDownloads: 1Versão: : 103Data de Lançamento: 2021-12-16 20:14:31Tela Mín: SMALLCPU Suportada:
ID do pacote: com.eduapp4syria.feedthemonsterOromoAssinatura SHA 1: 21:2C:97:25:52:8D:70:BFkurummy.com:93:53:99:FC:75:A6:04:87:B3:CB:6C:D3Desenvolvedor (CN): Eric TondreauOrganização (O): Curious LearningLocal (L): CambridgePaís (C): USEstado/Cidade (ST): MA

Última versão de Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oromoo)

103Trust Icon Versions
10/10/2020
1 downloads34.5 MB Tamanho
Baixar

Apps na mesma categoria

Você também poderá gostar...

Our online card games are designe
news
https://rummybs.in